التالي


Faarsaa haaraa bara 2020 'Isheedha haati Waaqayyo'

122 المشاهدات
Ethio News
6
نشرت في 30 Aug 2020 / في فيلم والرسوم المتحركة

Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa.
*************************

Isheedha haati Waaqayyoo isheedha nuuf araarsittuun
Waaqni dhiifamaa isaaf karaa ishee nuuf dhufee
Maariyaam Maariyaam jenne beella'un keenya hafee

********************

Abbaan samiirratti ishee filaaterraa
Ilmis ayyaananni isheerraa buleerraa
Afuurii qulqulluun ishee golbobeerraa
Waaqan waan filaamteef addaa isheen hundaarraa

*********************

Maqaa kee yoon waamu dammaan guuta afaan koo
Kannaaf daddabalee si waame giiftii koo
si waame haadha koo

*********************

Misiraachoo guddaa Gaabri'ellin ergamee
Hawwii bara dheeraa dhufee sitti himee
Adaamiin fayyisuuf guyyaansaa ga'eerraa
Waaqayyoon ni deessa fedhaa isaa ta'eerraa

**********************

Maqaa ishee yoon kaassu dammaan guuta afaan koo
Kannaaf daddabalee si faarsaa haadha koo
si faarsaa giiftii koo

***********************

Qulqulluun Daawit ishee arguuf hawweerraa
Maqaa ishee ol kaasse baganaan faarseerraa
Abbaa Hiriyaaqoosis baay'ee si jaallattee
Waa'ee ishee lapheensaa gammachuun dubbaatte

**************************

Maqaa ishee yoon kaassu dammaan guuta afaan koo
Kannaaf daddabalee si waame giiftii koo
si faarfaadhe haadha koo

**********************

Dhiigaasaa lolaasa dhiphuu keenyaa baatte
Gaaffa faannoo sanii waan gooftaan dubbatte
Harmee koodha isheen kunno sif ladheerraa
Waadaan guyyaa sana laphee koorraa jira

***********************

Maqaa ishee yoon kaassu dammaan guuta afaan koo
Kannaaf daddabalee si faarfadhe haadha koo
si faarfaadhe haadha koo

***************************
#SUBSCRIBE Our channel to get more Videos.
Well come to Our Youtube Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video. This mezmur video editing is completely reserved to Roobaa nuuf youtube channel.
© All rights reserved

Join Our Youtube channel MemberShip
https://www.youtube.com/channe....l/UCUVa5KuSV_zkkQR_N
Visit SBOO
https://afanoromobatch.com
Visit Learnonces
https://learnonces.000webhostapp.com

أظهر المزيد
تعليقات الفيسبوك

التالي