Up next


Faaruu Haaraa

108 Views
Ethio News
6
Published on 30 Aug 2020 / In Film & Animation

Maatiwwaan waaqayyoo bakkuma jirtanitti nageenyi waaqayyoo isiniif haa bayyatu.
SUBSCRIBE SHARE LIKE COMMENT gochuu hin dagatinaa Faarfannaa Haarawaa ortodoksii tawaahidoo Itoophiyaa(Ethiopia)afaan oromiffaa D/n F/taa Dinqaa Gabree Qooqnikoo siin shaakalee......barnoota wangeelaa EOTC argachuuf Haile tube,Fannoo መስቀል tube,bethel tube,Tewahido Tube,Memihr mireteab,Zemari Tedros Zemedkun Bekele official,Ye mireteab Tube,Sambe tube..... jala ni argattu kana malees YIDIDIYAA TUBE IRRAA gaffii shakkitoonni kaasaniif deebii kan ta'u waa'ee Iyaasuus kristoos,Dubree maariyaam,Fannoo kan Ergamotaa ,qulqullootaa,waregamtootaa,kan taabotaa,waa'ee tsoomaa,sagadaa,haraarsumma,waa'ee kabaja qulqulloota fi kkf deebisaa ni argattu kanaafu subscribe gochuun matii ta'a barnoota gadhiifamuus hordofaan ergaa keenya.
For more video whatch and subscribe my channel YIDIDIYAA TUBE.... thankyou for whatching my channel.

Show more
Facebook Comments

Up next