التالي


How to make video on Youtube without camera Kaameera Malee Hojiiwwan YouTubiin Hojjetaman 2019

51 المشاهدات
fanatv
1
نشرت في 24 Sep 2019 / في الناس والمدونات

Viidiyoon kun namoota Kaameeraa hin qabnee fi namoota fuula agarsiisu hin barbaannef baay'ee waan isin fayyaduuf do'adhaa.
kaayyoon kiyyaa Ilmaan abbaa Gadaa akka hojii 'YouTube' hojjetan kakaasudha.
Ragaawwanii fi Icciitiiwwan YouTube keessa jiranimmoo ani qabadheen Viidiyoowwanirratti nan dhiyaadha. kanaaf ragaawwan asirra argattan aantee fi fira keessanitti akka gurraanis ta'e barreeffaman akka dabarsitan kabajaan isinan ggafadha.
Galatooma.
Don't forget to subscribe
Like and comment my Video

Link VideoScribe; https://www.mediafire.com/file..../2f5lpklk0sf8216/vid

#OBNTV #OROMIA BROADCASTING CORPORATION
#KANA #EBS #OBS #FUNYEE #QUBEE #FANA

أظهر المزيد
تعليقات الفيسبوك

التالي