ቀጥሎ የሚጫወተው


Breaking News Jan 11/2020 Gaaffiifi deebii Jaal_Marroon wajjiin godhe

43 ጊዜ ታይቷል
Ethio News
6
የተለቀቀበት ቀን 18 Jan 2020 / በ ሙዚቃ

#Oromiaeanofititube @Oromiawanofititube Thanks For Waching Video's My friends Get In My Channel Like share comment more Subscriber ("Bayyee Gaallatomii "Subscribe" like" share" comment" My Channel" Goodhuu Hin Daagatina Yaanii Keessaan Nu Jaabesaa Wana Teheef ) Gaaffiifi deebii #Jaal_Marroon wajjiin godhe...
_____________________________________
Mootummaan kun kaardii ishee dhumaa (ijibbaata) lolaa jira.,wanti nama
gaddisiisummoo waraana dandeetti lolaafi sayinsii lolaa hin
beeekne,ilmaan haadha hiyyeessa gadi nutti ergee ficcisiisuu isaati.
Ani #Marroon yoon du'e qabsoon bilisummaa oromoo hin dhaabbatu,hin
du'us,Marroon nama dhuunfaa irra darbee sirna ta'ee jira.
Sirba dhaqanii morma hin dhokfatan akkuma jedhan,WBO'n aarsaa
kamiyyuu kaffaluuf lolatti seene.
Mootummaan kun waraanni bilisummaa oromoo harka kennachaa jira
jedhee odeessuun,lafa bukaa'e irratti bukoo bukeessuu isaati malee WBO'n
harka hin kennines,kennuufis hin jiru.
WBO'n harka kennachuu dhiisiiti daa'ima gad_ergamteyyuu kunuunsinee
guddisuutti jirra.
Qunnamtiin bilbilaas kan uummataatu cite malee kan waraana
bilisummaa oromoo addaan hin cinnee,akkumaa duraatti jira.
Uummanni oromoo godinni biraa yoo dhuguma oromummaa wal_biraa
qabna tahe oromoo lixaaf birmachuu qaba,yoo ta'uu baate garuu,itti
gaafatama seenaa jalaa bahuu hin danda'u.
Ummanni oromoo bakka biraa jiru yoo nuuf hin birmatu ta'e,nuti ummata
maccaa(lixaa)wajjiin hanga dhumnutti falmachuuf murteeffannee
jirra.,yoo lafa irraa dhumne immoo alagaan lafa keenya haa fudhattu.
Lollii fi weerarri amma uummataa fi waraana bilisummaa oromoo irratti
baname,isa kan bara Minilik wajjiin wal_fakkaata.

ተጨማሪ አሳይ
ኮሜንት ፃፍ

ቀጥሎ የሚጫወተው