ቀጥሎ የሚጫወተው


Amajji 6/2020 Guyya WBO Baga bara harawa oromo 6414 nagayaan geessanDhahannan bara Oromoo addunyaa

110 ጊዜ ታይቷል
Ethio News
6
የተለቀቀበት ቀን 18 Jan 2020 / በ ሙዚቃ

Yaa Rabbii bara kana kana oromoon biyyaa isa irraati abbaa tahu godhii Baga Akka lakfs Oromo 6414 bara harawaa geessan Guyyaa WBO’n!

Amajjii 1 Guyyaa WBO fi seensa bara haaraa Waajjira isaa guddicha Gullalleetti argamutti Roobii dhufu 01/01/2020 bakka hogganootni dhaabaa, miseensotni, deggertootni, hawaasni Oromoo fi keessummootni waamaman argamanitti kabajata. Irraa hin hafinaa!

ተጨማሪ አሳይ
ኮሜንት ፃፍ

ቀጥሎ የሚጫወተው