التالي

Love Is Blind Season 3 | Cast Announcement | Netflix
Cordova List
8 المشاهدات

Ethio Jimma Abajifar Community of North America’s June 15th Meeting Announcement (Oromiffa)

63 المشاهدات
Bariisoo
0
نشرت في 31 Aug 2019 / في وسائل الترفيه

-Eyyeen ;Mammaakaatu kana jedhe.
-Muktii tokko yoo qobaa aaruu malee gonkumaa hin boba'u.
-Tokkummaan walittii dhufnee waliin yoo dhaabannee
-Rakkoo Jimmaas ni furraa,Numatu Waliif dhimmaa.
-Ijoolleen Jimmittii walittii taatani. -Miidhagina keessaniin tokkummaa keessan agarsiiftanii.
-Waxabajjii 15 Imbaasii Itophiyaatti argamuun;lammii keenya haala ittii barsiifnuu. -Qaroomina yeroon fideen; Kan duraanii waliin walitti hiinee.
-Jimmaan,rakkoo amma qabdu keessaa baasuuf; kuusaa beekumsaa gonuu irrattii mariyanna. -Kanaaf; guyyaa seena qabeessa kana; dhalattonnii Jimmaa kan kaaba Ameerikaatti argamtan;
yeroo rakkoos ta'ee gammachuu akkamiin waliin dhaabanna?Jennees ni mariyanna.
-Kallatti saayinsawas wal agarsiifnaa; tarsiimodhaanis ni utubna.
-"NI DANDEENYAA" dhaadannoo jedhuun; qalbii qulqulluu fi tokkummaan biyyatti keenya akkamiin haa misoomsinu?
-Daandii invastimantii qabachuuf kallatti sirrii haamallateessinu.
-Kottaa waliin waa'ee Jimmittii; waa'ee Jimmaa keenyaa haadubannuu!
-Gollii Gennee, waa hedduu Qabdii; itti fayyadamnaa!!
- Jimmaan waliin haa misoommisoomsinu

Joyful, green, strong, full of promise. That is Jimma. But how will our children describe Jimma in the future?

Join the Ethio-Jimma Abba Jifar Community of North America on June 15 in Washington DC as the Jimma diaspora convenes to discuss creating a new vision for Jimma centered on education and sustainable change.

Our success is only as poweful as our unity. Every voice counts, every voice matters. We hope to see you there for this epic event!

أظهر المزيد
تعليقات الفيسبوك

التالي

Love Is Blind Season 3 | Cast Announcement | Netflix
Cordova List
8 المشاهدات